African-English Parallel Sentences (MT650)
Collection
Parallel corpus for 154 African languages extracted from the MT650 dataset • 101 items • Updated • 3
eng stringlengths 2 554 | orm stringlengths 3 691 |
|---|---|
The blood of Jesus his Son cleanses us from all sin . | Dhiigni Ilma isaa , dhiigni Yesuus cubbuu hundumaa irraa nu qulqulleessa . |
" Let your way of life be free of the love of money . " - HEBREWS 13 : 5 . | " Akki jireenya keessanii horiidhaaf sassataa hin taʼin . " - IBROOTA 13 : 5 . |
" I will glorify your name to time indefinite . " - PS . | " Bara baraanis maqaa keetiif ulfina nan kenna . " - FAR . |
We need to develop " complete lowliness of mind and mildness . " | " Gad of deebisuu fi garraamummaa hundumaa " qabaachuun nu barbaachisa . |
By humbling ourselves " under the mighty hand of God , " we acknowledge our lowly position . ( Read 1 Peter 5 : 6 . ) | " Harka isaa [ Waaqayyoo ] isa aango - qabeessa jalatti " gad of deebisuudhaan , iddoon qabnu gadaanaa ta 'uusaa hubanna . |
" Let Your Kingdom Come " - But When ? | " Mootummaan Kee Haa Dhufu " - Garuu Yoom ? |
" Say among the nations : ' Jehovah himself has become king . ' " - PSALM 96 : 10 . | " Saba lafa irraa keessatti , ' Waaqayyo mootii dha ! ' . . . jedhaa ! " - FAARFANNAA 96 : 10 . |
Who , then , sent the " star , " or starlike object ? | " Urjicha " ykn wanta urjii fakkaatu sana kan erge eenyuree ? |
He said : " Keep on the watch . " | " Yeroo hundumaa dammaqaa eegaa " ( NW ) isaaniin jedheera . |
" Regret " is mental sorrow , pain of mind , at something done or perhaps left undone , and it can mean " to weep again . " | ' Gaabbiin ' wanta raawwatame ykn tarii utuu hin raawwatamin hafe tokkotti garmalee gadduu siʼa taʼu , " lammata booʼuu " jedhamuu dandaʼa . |
" The ten horns " represent all present political powers that support this " scarlet - colored wild beast . " | ' Gaanfonni kurnan ' humnoota siyaasaa yeroo ammaa " bineensa bildiimaa " kana deggeran hunda kan argisiisanidha . |
" Make disciples of people of all the nations , . . . teaching them . " - MATTHEW 28 : 19 , 20 . | ' Isaan barsiisuudhaan saba hundumaa bartoota koo godhaa ! ' - MAATEWOS 28 : 19 , 20 . |
How can we show that we are " putting up with one another in love " ? | ' Jaalalaan waliif dandaʼuudhaan jiraachuu ' kan qabnu maaliifi ? |
It is " God who makes it grow . " | ' Kan guddisu Waaqayyodha . ' |
Who benefit from our " ministering to one another " ? | ' Warra kaaniif wanta waa 'ee baasu gochuudhaan ' faayidaa kan argatu eenyu ? |
( Read 1 Kings 18 : 21 . ) | ( 1 Mootota 18 : 21 dubbisi . ) |
However , Jehovah gives parents the wisdom and the strength they need when they humbly entreat him in prayer and look to his Word and holy spirit for guidance . - Read James 1 : 5 . | ( 1 Sam . 3 : 12 - 14 ) Haa taʼu malee , Yihowaan warri gad of qabanii cimsanii yoo isa kadhatan , akkasumas qajeelfama argachuuf gara Dubbii isaattii fi gara hafuura qulqulluutti yoo garagalan , ogummaa fi jabina isaan barbaachisu ni kennaaf . - Yaaqoob 1 : 5 dubbisi . |
How such conduct makes Jehovah 's heart rejoice ! - Proverbs 27 : 11 ; 1 John 3 : 22 . | ( 1 Seenaa 28 : 9 ) Kana gochuun keenya garaa Yihowaa akka ciibsu homaa hin shakkisiisu . - Fakkeenya 27 : 11 ; 1 Yohannis 3 : 22 . |
( Read 1 John 3 : 17 , 18 . ) | ( 1 Yohaannis 3 : 17 , 18 dubbisi . ) |
The early Christians believed these Scriptural accounts , even as we believe that God 's Word is true . | ( 2 Mot . 13 : 20 , 21 ) Akkuma nuyi Dubbiin Waaqayyoo dhugaa taʼuusaa amannu , Kiristiyaanonni jaarraa jalqabaas seenaawwan Caaffata Qulqullaaʼoo keessatti argaman kana amananiiru . |
In the days of Haggai and Zechariah , Jehovah was going to cause another shake - up , as described in the figurative language of verses 6 and 7 . | ( Ba 'uu 19 : 18 ) Lakkoofsa 6 fi 7rratti akkuma fakkeenyaan ibsame , Yihowaan bara Haageefi Zakaariyaasitti socho 'iinsa garabiraa raawwachuuf qophaa 'ee ture . |
They were not performed in secret , away from the eyes of the public . | ( Baʼuu 14 : 21 - 31 ; 19 : 16 - 19 ) Iccitiidhaan ykn dhoksaatti kan raawwataman hin turre . |
( Read Psalm 101 : 2 . ) | ( Faarfannaa 101 : 2 dubbisi . ) |
( Read Psalm 123 : 1 - 4 . ) | ( Faarfannaa 123 : 1 - 4 dubbisi . ) |
The positive outlook explained in this article is just a glimpse of the bright future that millions of Jehovah 's Witnesses have learned about by studying the Bible . | ( Faarfannaa 37 : 11 ) Ilaalchi qajeelaan mata duree kana keessatti ibsame , wantoota baayʼee gaarii gara fuulduraatti dhufuuf jiran keessaa baayʼee muraasa isaanii akka taʼe , Dhugaa Baatonni Yihowaa miliyonaan lakkaaʼaman qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu isaanii irraa barataniiru . |
Consider some practices that reveal that a youth is making ' his advancement manifest ' as a disciple . - 1 Tim . | ( Fak . 20 : 11 ) Gochawwan mucaan tokko bartuu taʼuudhaan ' itti guddachaa adeemaa ' akka jiru argisiisan tokko tokko ilaali . - 1 Xim . |
The first - century Beroeans received the word " with the greatest eagerness of mind , carefully examining the Scriptures daily . " | ( Fak . 4 : 18 ) Namoonni Beriyaa jaarraa jalqabaatti turan ' wanti dubbatame sun dhugaa taʼuusaa baruudhaaf , guyyuma guyyaatti macaafota qulqulluu qoruudhaan ' dubbicha fudhatanii turan . |
Because of imperfection , men are no longer capable of being perfect heads , nor are women able to demonstrate perfect subjection . | ( Fak . 8 : 30 ) Cubbuu waan dhaalaniif , dhiironni mataa mudaa hin qabne ta 'uu , dubartoonnis haala mudaa hin qabneen seera matummaatiif bitamuu hin danda 'an . |
( See picture on page 15 . ) | ( Fakkii fuula 15rra jiru ilaali . ) |
Thus , it is not surprising that there are many single sisters among those serving abroad . | ( Far . 68 : 11 ) Kanaaf , obboloota biyya alaatti tajaajilan keessaa hedduunsaanii dubartoota qeentee ta 'uunsaanii nama hin ajaa 'ibsiisu . |
The Bible describes more than 40 different occasions when Jehovah God made sworn oaths . | ( His . 17 : 16 , hiika bara 1899 ) Macaafni Qulqulluun , Yihowaan yeroo garaagaraatti al 40 ol kakuu galee akka ture ibsa . |
These " inner rooms " may refer to our congregations . | ( Isa . 26 : 20 ) ' Kutaan manaa ' kun gumiiwwan keenya kan argisiisu taʼuu dandaʼa . |
I say , ' My decision will stand , and I will do whatever I please . ' " | ( Isaayaas 46 : 10 ) Atiifi maatiinkee gara fuulduraatti jireenya gammachiisaa qabaachuu ni dandeessu . |
Demons mislead others through spirit mediums , fortune - tellers , and practicers of divination and astrology . | ( Isaayaas 8 : 19 ) Hafuuronni hamoon , eker dubbistuu , qaalluu , namoota hooda dubbataniifi urjii lakkaaʼanitti fayyadamanii namoota dogoggorsu . |
The Law established a separate priesthood , and justice was administered by " the elders , " who were respected for their knowledge and wisdom . | ( Kes . 25 : 7 , 8 ) Seerichi sochii amantiifi hawaasummaa wajjin haala wal qabateen saba haaraa kanaaf qajeelfama kenneera . |
The characteristics of dew nicely illustrate how we can effectively help people of all sorts in our ministry . - 1 Tim . | ( Kes . 31 : 19 , 30 ; 32 : 2 ) Amaloonni fixeensi qabu tajaajila irratti namoota hunda gargaaruu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe akka gaariitti argisiisu . - 1 Xim . |
But when it is used as a means to retaliate or manipulate , the silent treatment not only prolongs conflict but also erodes the respect the couple have for each other . | ( Lallaba 3 : 7 ) Haaloo baʼuuf ykn yaada jijjiirsisuuf jecha cal jechuun garuu , walitti buʼiinsi uumame tokko akka itti fufu gochuurra darbees , kabajni hiriyoonni gaaʼelaa waliif qaban akka badu godha . |
( Read Romans 4 : 20 - 22 . ) | ( Roomaa 4 : 20 - 22 dubbisi . ) |
( Read Ruth 1 : 16 , 17 . ) | ( Ruut 1 : 16 , 17 dubbisi . ) |
And how glad we are today that we have in our midst godly women who are like Sarah and Rebekah ! | ( Uma . 24 : 67 ) Yeroo harʼaatti dubartoonni akkuma Saaraafi Ribqaa Waaqayyoon sodaatan nu gidduu jiraachuusaaniitti baayʼee gammadna ! |
( a ) How can we imitate the faith of Jephthah and his daughter ? | ( a ) Amantii Yiftaa fi intala isaa hordofuu kan dandeenyu akkamitti ? |
( a ) What situation arose in the apostle Paul 's day ? | ( a ) Bara Phaawulos ergamaatti gumii keessatti haala akkamiitu uumamee ture ? |
( a ) What reason for preaching is mentioned at Matthew 22 : 39 ? | ( a ) Maatewos 22 : 39 irratti sababii itti lallabnu isa kamtu ibsame ? |
( b ) What can empower us to resist discouragement ? | ( b ) Abdii kutachuu moʼuuf wanti humna nuu kennuu dandaʼu maalidha ? |
( b ) How was Abraham known by Jehovah ? | ( b ) Abrahaam Yihowaa biratti kan beekame akkamitti ? |
( b ) Jesus ' disciples should work toward what goal ? | ( b ) Bartoonni Yesus kaayyoo akkamii yaadatti qabatanii tajaajilu ? |
( b ) What important principle do we find at Exodus 23 : 2 ? | ( b ) Baʼuu 23 : 2rratti seera buʼuuraa barbaachisaa taʼe akkamii arganna ? |
( b ) Why is " setting things straight " in a Scriptural way so important in raising children ? | ( b ) Ijoollee guddisuurratti Macaafa Qulqulluutti fayyadamanii ' qajeelchuun ' barbaachisaa kan taʼe maaliifi ? |
( b ) What do the Scriptures admonish children to do ? | ( b ) Kitaabni Qulqulluun ijoolleen maal akka godhan ajaja ? |
( b ) God 's spirit - inspired Word encourages what attitude ? | ( b ) Macaafni Qulqulluun ilaalcha akkamii akka qabaannu nu jajjabeessa ? |
( b ) What will be discussed in the next article ? | ( b ) Mata duree itti aanu irratti waaʼee maalii mariʼanna ? |
( b ) As King , how does Jesus treat his subjects ? | ( b ) Mootii kan ta 'e Yesus namoota isa jalatti bulan akkamitti qaba ? |
( b ) What step must honesthearted ones take ? | ( b ) Namoonni garaa qajeelaa qaban tarkaanfii akkamii fudhachuu qabu ? |
( b ) Why did Paul write about the faithful acts of ancient witnesses ? | ( b ) Phaawulos wanta dhugaa baatonni amanamoon bara durii raawwatan kan caqase maaliifi ? |
( b ) What relevance do communion sacrifices have to modern - day pure worship ? | ( b ) Qalmi araaraa waaʼee waaqeffannaa qulqulluu bara keenyatti raawwatamu maal nu hubachiisa ? |
( b ) Why is it important to know God well ? | ( b ) Waaqayyoon sirriitti beekuun barbaachisaa kan taʼe maaliifi ? |
* " As I came to realize how little a doctor can really do to help , I became disillusioned . | * " Yaaliin doktooronni namoota gargaaruuf godhan muraasa ta 'uusaa yommuun hubadhu baay 'een gadde . |
* On foot , the trek would last a day or two . | * Miilaan adeemsa guyyaa tokko ykn guyyaa lamaati . |
10 / 1 , 11 / 1 | 10 / 15 |
Could you similarly encourage publishers , pioneers , and older brothers and sisters whose strength is failing ? | 10 : 8 , 11 , 18 , 19 ) Ati hoo , haaluma wal fakkaatuun babalʼistoota , qajeelchitootaa fi maanguddoota dadhabaa jiran jajjabeessuu ni dandeessaa ? |
11 - 13 . ( a ) Who became associated with God 's chosen people ? | 11 - 13 . ( a ) Saba Waaqayyo filatetti kan makaman eenyufaʼi ? |
Other Israelites who had been living temporarily in Judah chose to remain there permanently instead of moving back home . | 11 : 13 , 14 ) Israa 'eloonni yeroodhaaf Yihudaa keessa jiraachaa turan kaanis , gara biyyasaaniitti deebi 'uu mannaa achuma jiraachuu filataniiru . |
12 Help for the Family | 12 Gaafannoo |
13 Making Christian Marriage a Success | 13 Gaaʼelli Kiristiyaanaa Milkaaʼina Akka Qabaatu Gochuu |
16 : 9 ) Of course , we wish to imitate Jehovah . | 16 : 9 ) Nus fakkeenya Yihowaa hordofuu akka barbaannu beekamaadha . |
18 , 19 . ( a ) How has this review of Jesus ' illustrations encouraged you personally ? | 18 , 19 . ( a ) Fakkeenyawwan Yesus dubbate kanarratti mari 'achuun keenya , dhuunfaatti kan si jajjabeesse akkamitti ? |
18 Apocryphal Gospels - Hidden Truths About Jesus ? | 18 Wangeelonni Dabalataa - Yesusiin Ilaalchisee Dhugaawwan Dhokatan Qabataniiruu ? |
But soon they were worshipping a golden calf ! | 20 : 3 - 5 ) Taʼus , utuma baayʼee hin turin dibicha warqee irraa hojjetame waaqeffatan ! |
How can we use our imagination wisely to do that , and what foolish uses of imagination should we avoid ? | 3 : 11 ) Kana gochuuf dandeettii yaadaan ilaaluu keenyatti ogummaadhaan fayyadamuu kan dandeenyu akkamitti ? |
3 : 3 , 4 ; Luke 21 : 34 - 36 . | 3 : 3 , 4 ; Luq . 21 : 34 - 36 . |
The Israelites are about to take possession of Canaan . | 34 : 1 - 9 ) Israaʼeloonni biyya Kanaʼaan qabachuuf qophaaʼaa jiru . |
6 Good Religion Promotes Brotherly Love | 6 Amantii Gaariin Miseensonnisaa Akka Wal Jaallatan Barsiisa |
8 : 12 ; Jer . | 8 : 12 ; Er . |
In the centuries that followed , the nation often turned away from God , though he sent prophets to urge them to return . | 9 : 21 ) Jaarraawwan itti aananii jiranitti , sabni Israa 'el Waaqayyoof abboomamuu didaniyyuu , inni garasaatti akka deebi 'an isaan gorsuuf raajota ergaa ture . |
TRY THIS : Instead of confronting your adolescent with direct questions about a particular matter regarding sex , ask how his or her classmates view the matter . | AKKAS GOCHUUF YAALI : Ijoollee keessan umrii dargaggummaarra jiran waaʼee saala kallattiidhaan isaan gaafachuu mannaa , ijoolleen kutaa tokko keessatti isaanii wajjin baratan , waaʼee saalqunnamtii ilaalcha akkamii akka qaban isaan gaafadhaa . |
Why did Aaron and his companions undertake such a strenuous mission ? | Aaroniifi hiriyoonnisaa hojii rakkisaa kana jalqabuuf kan isaan kakaase maal ture ? |
And to what did Asa attribute that tranquillity ? | Aasaan nagaa kana eenyurraa akka argatan itti dhagaʼame laata ? |
Asha studied the Bible and came to know God as her Friend . | Aashaan Macaafa Qulqulluu qayyabachuudhaan Waaqayyoon akka Michuu isheetti beekuu dandeesseetti . |
Biblical warnings are based on the reality of a global Flood . - 6 / 1 , page 8 . | Abbaan amantii kun , ijoollee 12 kan qabu yommuu ta 'u , maqaansaaniis , Ruuben , Simi 'oon , Lewwii , Yihudaa , Daan , Niftaalem , Gaadi , Asheer , Yisaakor , Zebuloon , Yoseefiifi Beniyaamini . ( Uma . |
A discerning father satisfies his children 's hunger for recognition and attention . | Abbaan hubannaa qabu , hawwii ijoolleensaa beekamummaafi xiyyeeffannaa argachuuf qaban isaanii guuta . |
Dad tried to keep Mother from attending the meetings . | Abbaan koo , haati koo walgaʼiiwwan irratti akka hin argamne ishii dhowwuuf yaalii gochuu isaa itti fufe . |
My doing so did not please my father , who said , " You are too young to preach . | Abbaan koo kana gochuu kootti waan hin gammanneef , " Ati lallabuuf umuriin kee hin geenye . |
A husband must love his wife as his own body . | Abbaan manaa haadha manaasaa akka dhagnasaatti jaallachuu qaba . |
Husband and wife need to be open with each other and realize that a lack of tenderness in intimate relations can lead to problems . | Abbaan manaafi haati manaa ifatti waliin mari 'achuu kan qaban yommuu ta 'u , karaa kanaan gara laafina argisiisuu dhiisuunsaanii rakkina akka uumu hubachuu qabu . |
I discovered that my husband had been unfaithful to me and to Jehovah . | Abbaan manaakoo anaafis taʼe Yihowaadhaaf amanamaa akka hin taanen hubadhe . |
Rather than being offended at her initial opposition , her husband gave Roswitha opportunities to change her opinion . | Abbaan manaashee jalqabarratti mormii isheen isarratti gessisteen aaruu mannaa , ilaalchashee akka jijjiirtu yeroo kenneeraaf . |
His Father does ! | Abbaansaas fedhii akkasii qaba ! |
What words of Jehovah had come true in Joshua 's lifetime ? | Abdii Yihowaan kenne keessaa warra kamtu bara Iyaasuutti raawwatame ? |
Were they disappointed ? | Abdii kutataniiruu ? |
Our hope in the resurrection rests , not on what might be done with the physical corpse , but on faith in God 's ability and desire to fulfill his promises . | Abdiin duʼaa kaʼuu ilaalchisee qabnu , reeffi keenya maal taʼa laata yaada jedhurratti utuu hin taʼin , Waaqayyo abdii kenne raawwachuuf dandeettiifi fedhii akka qabu amanuurratti kan hundaaʼedha . |
When Abishai crept into Saul 's camp , he did not have his loyalties in the proper order . | Abiishaayi yommuu buufata Saaʼol seenetti , dura eenyuuf amanamaa taʼuu akka qabu dagatee ture . |
Respect Authority | Aboo Kabajuu |
Hunters who want to catch a strong animal may dig a pit on a path often traveled by the prey . | Adamsaan bineensa guddaa qabachuu barbaadu , karaa bineensichi yeroo baayʼee irra deemurratti boolla qotuu dandaʼa . |
What about Adam 's living conditions ? | Addaam haala akkamii keessa jiraata ture ? |
Adam and Eve were to live forever if they remained subject to Jehovah . | Addaamiifi Hewwaan utuu Yihowaadhaaf abboomamaniiru taʼee barabaraaf jiraatu turan . |
There 's a Bible verse cited here . | Ahaa , yaada kana irratti anis waliin gala . |
According to the Scriptures , when Jehovah founded the earth , the sons of God " joyfully cried out together " and " began shouting in applause . " | Akka Caaffanni Qulqullaaʼoon jedhanitti , yeroo Yihowaan lafa uume ilmaan Waaqayyoo " in faarfatan " akkasumas " guddisanii sagalee gammachuu in dhageessisan . " |
According to The Encyclopædia Britannica , some who called themselves Christians " wished the date to coincide with the pagan Roman festival marking . . . the winter solstice , when the days again begin to lengthen and the sun begins to climb higher in the sky . " | Akka Insaayikilooppiidiyaa Biritaanikaan ibsetti , ' Namoonni Kiristiyaana ofiin jedhan tokko tokko , guyyaan kun guyyaa ayyaana warra Roomaa warra Waaqayyoon hin beeknee isa tibbi gannaa dhumee , guyyaan dheeraa ta 'uu itti jalqabuufi aduun itti baatu ayyaaneffatanii wajjin akka walirra oolu barbaadan . ' |
According to Vine 's Expository Dictionary of New Testament Words , the word pneuʹma " primarily denotes the wind . . . also breath ; then , especially the spirit , which , like the wind , is invisible , immaterial and powerful . " | Akka Vaayin Eksipooziitarii Dikshinarii oov Niiwu Teestaamanti Wordis jedhamu ibsutti , jechi piniwuumaa jedhu " caalaatti qilleensa . . . akkasumas hafuura baafannu ; keessumaammoo , hafuura isa akka qilleensaa ijaan hin argamne , qaama hin qabneefi humna qabu kan argisiisudha . " |
God showed such by delivering the Jews from Babylon - an empire that had a policy of not releasing captives . - Isa . | Akka seera Baabilonitti booji 'amtoonni kan hin gadhiifamne ta 'us , Waaqayyo Yihudoonni Baabilon keessaa birmaduu akka ba 'an gochuudhaan amanamummaafi humnasaa argisiiseera . - Isa . |
This dataset contains parallel sentences in English and Oromo (orm).
The dataset contains parallel sentences that can be used for:
If you use this dataset, please cite the citation guide of the original OPUS MT560 dataset.
This dataset is released under the Creative Commons Attribution 4.0 International License.